Oduu biyya keessaa Fakkeenya haaraa walitti hidhamiinsa naannawaa Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti walitti makamuu qabeenya dinagdeef boqonnaa guddaa kan bane, Pirojektii tarsiimawaa mootummaan Itiyoophiyaa fi Jibuutii waliin ta’uun…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Magaalaa Finfinnee daandiiwwan Ayyaana Damaraa sababeeffachuun cuufaman ifoomse Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee daandiiwwan Ayyaana Damaraa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun konkolaattootaaf cuufaman ifoomseera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Ayyaana Damaraa sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Ayyaana damaraa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee bakkewwan ayyaanichi itti kabajamuu duullii qulqulleessuu gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti yeroo murtaa’eef sosochiin Doqdoqqee dhorkame Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Har’a irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti geejjibni doqdoqqee dhorkameera jedhe Qajeelchi Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee. Qajeelchi…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni fi Hojjettonni FMC duula qulqullinaa gaggeessan Tsehay Guluma Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Hoggantonni fi Hojjettonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun duula qulqullinaa gaggeessaniiru. …
Ispoortii Waaliyaawwan har’a gita isaanii Sudaan Waliin taphatu Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf har’a Gita isaa Sudaan waliin taphata. Taphni ramaddii jalqabaa kun…
Uncategorized Magaalaa Finfinneetti yeroo murtaa’eef sosochiin Doqdoqqee dhorkame Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC)- Har’a irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti geejjibni doqdoqqee dhorkameera jedhe Qajeelchi Olaanaa Poolisii Magaalaa Finfinnee. Qajeelchi Poolisii…
Oduu biyya keessaa Artiisti Daawitee Makonniin turtii waggaa 27 booda gara Itiyoophiyaa dhufe Sifen Megersa Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2019 (FMC) – Artiisti buleessi Daawitee Makonniin turtii waggaa 27 booda har'a gara Itiyoophiyaa dhufeera. Artiisti Daawiteen wayita Buufata Xayyaaraa idil…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Humna Enerjii, Loojistiksii fi Indaastirii Ishee Cimsachaa Jirti – Aliikoo Daangootee Yonatan Birhanu Sep 25, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019 (FMC) — Biyyoota Afrikaa dinagdee guddaa qaban keessaa tokko kan taatee Itiyoophiyaan, humna ishee dameewwan enerjii, loojistiksii fi indaastiriin cimsachaa…
Oduu biyya keessaa Indaastirii Itiyoophiyaafi buufataalee Jibuutii walitti hidhuun milkaa’ina olaanaa galmeessisuun ni… Ayana Dheressa Sep 24, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2019( FMC)- Indaastirii Itiyoophiyaafi buufataalee Jibuutii walitti hidhuun milkaa’ina olaanaa galmeessisuun ni danda’ama jedhan Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’el…