Maaddii qooduun jaalalaa fi kabaja Jiraattotaaf qabnu kan ittiin ibsinuudha-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Maaddii qooduun jaalalaa fi kabaja jiraattotaaf qabnu kan ittiin ibsinuu fi aadaa waliif yaaduu kan ittiin guddisnu yaadama hojii namarratti xiyyeeffateef…