Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Dambi Doolloo injifate Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 14ffaa har’a taphatameen Leeqaan magaalaa Dambi Doolloo injifateera. Taphni har’a waaree dura sa’aatii 3:00…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala miiliyoona 11 fi kuma 400 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti xaa’oo bara oomishaa 2017/18’f oolu kuntaala miiliyoona 11 fi kuma 400 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ejensiin Babal’ina Waldaalee…
Oduu biyya keessaa Baankichi baatiwwan salgan darban galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 25 argachuu ibse Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa baatiwwan salgan darban galii Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 25 argachuu beeksiseera. Fooyyessi Imaammata Diinagdee…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin uumamne hojjetamaa jira- BDO Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ayyaana Sooma Hiikaaf hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin uumamne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa ibse. Qaala’iinsi gabaa akka hin…
Biiznasii Baatiwwan salgan darban Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 5.3 argameera – MDWHN Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Baatiwwan salgan darban Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 5.3 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo kuntaalli miiliyoonni 10 fi kumni 300 ol gara biyyaatti geejjibsiifame Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Xaa'oon bara oomishaa 2017/18’f oolu hanga ammaatti kuntaalli miiliyoonni 10 fi kumni 300 ol gara biyyaa keessaatti geejjibsiifamuu Ministeerri Geejjibaafi…
Oduu biyya keessaa Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa taate Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Harar miseensa Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa ta’uun ishee ibsameera. Konfaransiin Federeeshinii Magaalota Tuurizimii Addunyaa Hoongi…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiikaaf lammiilee kuma700 oliif deeggarsi ni kennama Ayana Dheressa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Ayyaana Sooma Hiika sababeeffachuun lammiilee harka qalleyyii kuma 700 oliif deeggarsa akka kennu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Biiznasii Baatiwwan salgan darban galii Birrii biiliyoona 5.89 walitti qabuu Fandiin Inshuraansii Kuufama… Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Fayyummaa fi nageenya damee faayinaansii mirkaneessuuf kan hundaa’u Fandiin Inshuraansii Kuufama Maallaqaa Itiyoophiyaa baatiwwan salgan darban galii Birrii…
Oduu biyya keessaa Torbee dhukkubbii Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Soomana guddicha Ayyaana Hiikaa keessa torbeen dhumaa torbee dhukkubbii jedhama. Torbeen dhukkubbii torbee gidiraa waggaa kuma 5 fi 500’f Addaamii fi…