Giraanviil Inarjiin Itiyoophiyaatti hojii invastimantiirratti bobba’uu akka barbaadu ibse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Giraanviil Inarjiin Itiyoophiyaatti ijaarsa giddugala guuchisa humnaa konkolaattota elektirikaafi oomisha baatirii irratti bobba’uu akka barbaadu…