Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyoo gara naannoo Tigraayitti geejjibsiifamaa jira Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Mootummaan Federaalaa Xaa’oo biyyoo bara oomishaa 2017/18’f oolu gara naannoo Tigraayitti geejjibsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa bulchiinsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Godina Qeellam Wallaggaatti Bunni Tooniin kumni 100 fi kumni 75 oomishame Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Godina Qeellam Wallaggaatti Baatiwwan jahan darban keessa Bunni Tooniin kumni 100 fi Kumni 75 oomishamuu ibsameera. Godinichatti lafti hektaarri…
Oduu biyya keessaa Gaanfa Afrikaatti Konfiraansiin guddina Daldalaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Gaanfa Afrikaatti sirna Daldalaa fi Loojistiiksii fooyyeessuu fi jijjiiruuf kan dandeessisu Konfiraansiin Guddina Daldala gaggeeffamaa jira.…
Biiznasii Oromiyaatti Dargaggoota Carraa Hojii uumuuf Birriin biiliyoonni 2.8 ol kennamuun ibsame Tsehay Guluma Jan 21, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Dargaggootaaf carraa hojii uumuuf Birriin biiliyoonni 2.8 kennamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu Naannichaa ibse.…
Idil Addunyaa Doonaaldi Tiraampi Kakuu Pireezidaantummaa raawwatan Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun kakuu raawwataniiru. Pireezidanti Tiraamp Waashngitan DC’tti kan argamuu Galma Kaappitool…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti gaaffiilee diimookiraasii baroota dheeraa ture sirni deebisu diriirfameera-Dooktar… Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaatti gaaffiilee diimookiraasii baroota dheeraa ture sirni deebisu diriirfameera jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Ministirri Waamamaa…
Oduu biyya keessaa Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 hojjechuuf karoorfameera-Pir.… Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Naannoo oromiyaatti Ummata miiliyoona 10 hirmaachisuun Daagaa kiiloomeetira miiliyoona 1.2 ol hojjechuuf karoorfamuu Pireezidaantiin Naannichaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun Namoota 7 darbe Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Naannoo Tigraay Aanaa Kilitte Awulaalootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame. Balichi konkolaataa Minibaasii Hawuzeen irraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ahimad Shideen Hoggantoota Dhaabbilee Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqa Obbo Ahimad Shideen durfamu Chaayinaatti Hoggantoota Dhaabbilee Idil Addunyaa biyyattii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala hoo’aan kabajamee xumuramu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Jan 20, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Ayyaanni Cuuphaa fi Qaanaa Galiilaa haala Hoo’an kabajamee xumuramu Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii Biyyaalessaa beeksise. Humnichi Waloo ibsa…