Gamtichi dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna Maallaqaa isaa cimsachuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)- Gamtaan Afrikaa dhaggeeffatamummaa Ardichaa guddisuuf humna maallaqaa isaa cimsachuun akka qabu hayyoonni damichaa ibsan.
Miseensonni gamtichaa madda…