Oduu biyya keessaa Bidiruun ‘Xaanaa nash’ 2ffaan magaalaa Adaamaatti simatamte Yonatan Birhanu Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Hara Xaanaa irratti tajaajila geejjibaa fi bashannanaa kennuuf gara biyyaa kan seente bidiruun maqaa ‘Xaanaa nash’ jedhamuun moggaafamte magaalaa…
Biiznasii Loon aannanii babal’isuuf Raaddeen qofti akka dhalatan hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Oromiyaatti Loon Aannan fooyyaa’aa kennan baay’isuuf bal’inaan hojjetamaa jira jedhe Biiroon Qonnaa naannichaa. Yeroo ammaa oomishaa fi oomishtummaa…
Oduu biyya keessaa Misooma Koriidarii marsaa 2ffaan dargaggoota kuma 60 oliif carraan hojii uumame Tsehay Guluma Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) -Misooma koriidarii marsaa 2ffaa magaalaa finfinneetti hojjetamaa jiruun dargaggoota kuma 60 oliif carraan hojii uumameera jedhe Waajjirri Hojii…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nageenyaa biyyalessaa 3ffaan magaalaa Baahir Daaritti taa’ame Yonatan Birhanu Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) - Yaa’iin nageenyaa biyyaalessaa 3ffaan mataduree “Amantiiwwan nageenyaaf, walkabajuu fi waloomaaf” jedhuun magaalaa Baahir Daaritti taa’amuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata jireenya hawaasa qonnaan bulaa jijjiiruuf hojjetaa jiru Sifen Megersa Jun 11, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Qonna Oromiyaa jireenya qonnaan bultootaa fooyyessuuf hojiilee qonnaarratti bal’inaan hojjechaan jira jedhe.…
Oduu biyya keessaa Nageenyi akka dhufuuf abbootiin qabeenya hidhattoota maallaqaan deeggaruu dhaabuu qabu- Dooktar Abiy… Ayana Dheressa Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Nageenyi akka dhufuuf abbootiin qabeenya hidhattoota maallaqaan deeggaruu dhaabuu akka qaban Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan.…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshin sagantaa jalqabbii iddoo hojii mijataa uumuu gaggeesse Ayana Dheressa Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Korporeeshinii Injinariingii Itiyoophiyaa waliin ta’uun sagantaa jalqabbii iddoo hojii mijataa uumuu gaggeesse. Walitti…
Oduu biyya keessaa Giddugalli gabaa hundagaleessi Laaftoo eebbisiifame Ayana Dheressa Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Giddugalli gabaa hundagaleessi Laaftoo Lakkoofsi 2 eebbisiifameera. Giddugalli gabaa kun lafa heektaara 8.8 irratti kan ijaarame yoo ta’u, kantiibaan…
Biiznasii Warshichi waggaatti shukkaara kuntaala miliyoona 2.7 ol oomishuuf karoorfatee hojjechaa jira Yonatan Birhanu Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC) - WarshaanShukkaaraa Fincaa'aa waggaatti Shukkaara kuntaala miliyoona 2.7 ol oomishuuf karoorfadheen hojjechaa jira jedhe. Warshichi oomisha…
Oduu biyya keessaa Jiijjiirama magaalaa Finfinnee keessatti gaheen hojjettoota mootummaa olaanaadha- Aadde Adaanech… Ayana Dheressa Jun 10, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Jiijjiirama magaalaa Finfinnee keessatti gaheen hojjettoota mootummaa olaanaadha jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Xumurri…