Labsichi bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti ceesisa-Dooktar Maqidas Dhaabaa
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Labsiin To’annoo Fi Bulchiinsa Tajaajila Fayyaa, bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti kan ceesisu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas…