Naannoo Tigraayitti hambaaleen durii haaromfamaa jiru jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin hambaaleen durii haaromfamaa fi suphamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.…