Walga’iin Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 24, 2017 (FMC) – Walga’iin Jalqabaa Koree Waloo Daldala Daangaarraa Itiyoophiyaa fi Sudaan Kibbaa magaalaa Bishooftuutti taa'amaa jira.
Kaayyoon walga’ichaa…