Oduu biyya keessaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifameera-TKM Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Yaa’ii Idilee 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf qophiin barbaachiisu taasifamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise hojjetamaa jira Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti Piroojektiin Misooma Koriidarii Kiiloomeetira 8.54 uwwise bakkeewwan garaagaraa 5tti hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan lammiilee Sudaan Kibbaa 644 carraa barnoota bilisaa kennite Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bara barnootaa 2024/25 lammiilee Sudaan Kibbaa 644’f carraa barnoota bilisaa kennuun ibsameera. Lammiileen 577 carraa barnoota digirii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellaatti Misoomni Koriidarii eegale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodun bulchiinsa magaalaa Gaambeellaatti hojii Misooma Koriidarii eegalchiisaniiru. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Godinaalee fi Magaaloota Oromiyaa hundatti Waltajjiin gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Godinaalee fi Magaalota Naannoo Oromiyaa hundatti waltajjiin kallattiiwwanii fi murtoo yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'aman hojiirra oolchuu…
Oduu biyya keessaa Imaammata barnootaa milkeessuuf qoodni dubartootaa olaanaadha – BBO Sifen Megersa Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa hoggantoota dubartootaa haaraa manneen barnotaaf leenjiin magaalaa Adaamaatti kennaa ture xumurameera. Xumura sagantichaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraah durfamu Dubaayi gale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Jilli Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee 7ffaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 7ffaa bara Hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan raawwii…
Uncategorized Dooktar Abiy keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf dhufaniin baga nagaan… Sifen Megersa Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniin baga nagaan dhuftan…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idilee 9ffaan Mana Maree Naannoo Amaaraa taa’amuu eegale Sifen Megersa Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idilee 9ffaa waggaa 4ffaa marsaa 6ffaan Mana Maree Naannoo Amaaraa taa’amuu eegaleera. Yaa’ichi qaboo yaa’ii Yaa’ii idilee 8ffaa raggaasisuun…