Weerara dhibee busaa ittisuuf qaamni hunduu akka tumsu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Weerara dhibee busaa ittisuuf qaamni hunduu akka tumsu Biiroon Fayyaa Oromiyaa waamicha dhiyeesse.
Hoggantuun Biirichaa Pirofeesar Natsaannat Warquu…