Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa Daawwatan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin, ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Simannaa keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa eegalame Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Sagantaan Simannaa keesummoota Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaa Hoji Raawwachiiftuu Gamtichaa, Walitti Qabduu Koree Biyyaalessaa fi…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin diinagdee Gooroo rakkoolee ijoo diinagdee furuu ibsame Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Riifoormiin Diinagdee Gooroo Mootummaan hojiirra oolche rakkoolee ijoo diinagdee biyyattii furuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Gamaaggamni raawwii…
Idil Addunyaa Waraanni akka dhaabatu barbaanna – Pireezidaanti Puutiin Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin akkaataa waraana Raashiyaa – Yuukreen dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi milkaa’inaan akka xumuramuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’ii 38ffaan Gamtaa Afrikaa fi Walga’ii 46ffaan Mana Maree Hoji Raawwachiistuu gamtichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Koriidarii magaaloota naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojjetamaa jira – WMM Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Magaalota Naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojiin Misooma Koriidarii hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI ibseera. Keessattuu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtichaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf… Debela Tadesse Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 38ffaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf qophiin taasifamuu Walitti Qabduun Koree…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga’ii Idil Addunyaa Addis daawwatan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga'ii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru. Aadde Adaanech gama…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Misooma Jallisii Idil Addunyaa jijiiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu Finfinneetti… Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Yaa’iin Misooma Jallisii Idil Addunyaa jijjiirama qabeenya Qilleensaa dandamachuu Guraandhala 5 – 7, 2017 Finfinneetti taa’ama. Yaa’iin kun…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluufi Sifen Megersa Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Waxabajji 9, 2017 jalqabee Hinditti bakka ga’umsaa 5ffaa kan taate gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluuf…