Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa Buna gamashuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2017 (FMC)-Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 40 ol irraa buna gamashuun hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Godinicha Aanaa Maannaatti hojiin duulaan buna dulloome…