Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Burundii Bujumburaa galan Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Burundii Bujumburaa galaniiru. Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Dureewwaan Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoota Dhiibbaan Idaa irra jiru hir’isuu haalota dandeessisanirratti mariin gaggeeffame Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Biyyoota Afrikaa dhiibbaan Idaa Olaanaan irra jiru hir’isuu haalota dandeessisanirratti mariin gaggeeffameera. Waltajjicha kan qopheessan…
Biiznasii Indaastiriwwan Maanufaakchariingii carraa gabaa alaa fayyadamuun hojjechu qabu jedhame Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Indaastiriiwwan Maanufaakchariingii carraa gabaa alaatti fayyadamuun kara qindaa’aa ta’een hojjechuu akka qaban Ministeerri Indaastirii ibse.…
Ispoortii Dorgommiin Waancaa Guddattootaa fi Dargaggoota Ardii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffama jedhame Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Federeeshinii Kubbaa Harkaa Idil Addunyaatti dorgommiin waancaa guddattootaa fi dargaggoota Ardii Afrikaa Onkololeessa 23-27, 2017 Finfinneetti…
Idil Addunyaa Ispeenitti balaa lolaan lubbuun namoota 51 darbe Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Ispeen Magaalaa Vaalenshiyaatti rooba cimaa roobee hordofee lolaa mudateen lubbuun namoota 51 darbuun ibsameera. Anga’oonni naannawichaa akka…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana Maree Ummataa Chayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Giddigala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah, Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gara Lakkoofsa Manaa fi Ummataa dijitaalawwatti imalaa jirti-Obbo Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Hubannoo namtolchee fayyadamuun, sirrummaa istaatistiksii fooyyessuuf Itiyoophiyaan gara lakkoofsa manaa fi ummataa dijitaalawaatti imaalaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf ibsa ni kennu. Manni Marichaa walga'ii idilee 3ffaa bara hojii…
Idil Addunyaa Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse yaaddessaadha-DhMG Debela Tadesse Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse haalaa naannawichaa akka hammeessu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Itti…
Oduu biyya keessaa Godina Walaayittaatti rooba cimaa roobee Sigiga lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbe Tsehay Guluma Oct 30, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Godina Walaayittaa Aanaa Kaawo Koyishaatti roobaa cimaa roobee sigiga Lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame. Balichaan lubbuun…