Nageenya foyya’aa naannichatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa qabatamaan bu’aa argamsiisaa…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Nageenya fooyya’aa Naannoo Amaaraatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa fi bu’aaleen imala badhaadhinaa eegalamuuf ragaa ta’an qabatamaan mul’achaa…