Naannoo Somaaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 28 ijaaraman jiraattootaaf dabarfaman
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Naannoo Somaaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 28 ijaarsise jiraattootaaf dabarseera.…