Biiznasii Gareen ‘AE-Trade’ Finfinneetti biiroo banuufi Debela Tadesse Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Gareen Daldala Elektirooniksii Afrikaa (AE-Trade) Biiroo Afrikaa Bahaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin waliigaltee mallatteesse.…
Biiznasii Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Daldaltoota Nagahee malee Daldalaa turan kuma 1 fi 145 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti uwwisa humna Elektirikaa waliin gahuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde10, 2017 (FMC) –Kutaalee hawaasaa sarara Elektirikaarraa fagaatanii argaman filannoowwan maddoota anniisaa biroo fayyafamuun uwwisa humnaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Nyaata Barsiisootaa barnootaaf caalmaatti xiyyeeffannoo akka kenninu nu taasise –… Sifen Megersa Dec 19, 2024 0 Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) –Magaalaa Shaggaritti Manneen Barnootaa Bu'ura Boruu eegalee hanga sadarkaa 2ffaatti Sagantaan Nyaata Barsiisootaa hojiirra ooleera. Sagantaan kun eegaluun…
Fayyaa Dhibee Onnee Tsehay Guluma Dec 18, 2024 0 Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Dhibeen onnee tasa kan namatti dhufu yoo ta’u, hiddonni dhiiga onneef raabsan tasa wayita cufaman kan mudatudha. Dhibeen Onnee tasaa kunis wayita…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Sagalee Waloo Afrikaa guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite Tsehay Guluma Dec 18, 2024 0 Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Sagalee Waloo Afrikaa guddisuu fi galmoota ajandaa 2063 milkeessuuf murannoo qabaachuu ibsite. Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Bunni Tooniin Miiliyoonni 1 ol walitti qabamuun ibsame Tsehay Guluma Dec 18, 2024 0 Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 1, 2016 irra eegalee hanga ammaatti Bunni Tooniin miiliyoona 1.16 walitti qabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Walakaa…
Oduu biyya keessaa Hiriirri har’a gaggeeffame fedhiin ummataa fi Mootummaa tokko ta’uu agarsiisera – Dooktar Laggasaa… Sifen Megersa Dec 18, 2024 0 Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Har’a Godinaalee, Magaalotaa fi aanaalee naannoo Amaaraa hundatti hiririi ummataa gaggeeffameera. Hiriirichi nagaan xumuramuu ilaalchisee Ministirri…
Oduu biyya keessaa Muuxannoo ittisa daddabarsa namoota seeraan alaa waljijjiiruuf mariin gaggeeffameera Sifen Megersa Dec 18, 2024 0 Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Nageenya Biyya keessaa Xaaliyaanitti Gorsaa hariiroo idil addunyaa Ifoomiyaa…
Idil Addunyaa Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaaf lolaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Dec 18, 2024 0 Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaa tumsuun Yuukreen waraanaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu Ameerikaan beeksifte. Raashiyaan bulchiinsa Kursik…