Oduu biyya keessaa Sirni Awwalcha Artiisti Kuraabbachoo Dannaqee raawwate Tsehay Guluma Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Sirni Awwalcha Artiist Kuraabbachoo Dannaqee raawwateera. Artist Kuraabbaachoon Diraamaawwan Teeleeviizhinii dabalatee fiilmiiwwanii fi ogummaa aartii…
Oduu biyya keessaa Sagantaa waliigahiinsa elektirikiin lammiileen miiliyoonni 10 ol fayyadamoo ta’uun ibsame Tsehay Guluma Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Sagantaa waliingahiinsa elektirikii biyyaalessaan lammiileen miiliyoonni 10 ol fayyadamtoota humna elektirikii ta'uu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii…
Idil Addunyaa Ambaasaaddar Yohaannis Abrahaam Hogganaa Garee Ce’umsa Pireezidantummaa Kaamaalaa Haaris ta’uun… Debela Tadesse Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Dhalataan Itiyoophiyaan Ambaasaaddarri Ameerikaa Yohaanis Abrahaam Hogganaa Garee Ce’umsa Pireezidantummaa Kaamaalaa Haaris ta’uun filamuun ibsame.…
Biiznasii Qabeenya keenya sirnaan beeksisuu dhabuurraan daldala alaarraa faayidaa argachaa hinjirru-Dooktar… Debela Tadesse Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Biyyattiin qabeenyaa qabdu sirnaan beeksisuu dhabuurraan, damee daldala alaarraa faayidaa argachuu mallu argachaa hinjirru jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ajajichi injifannoowwanii fi milkaa’inaalee galmaa’aan ummata waliin kabajaa jira Debela Tadesse Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Raayyaa ittisa Biyyaatti Ajaji Bahaa waggoottan 47’n darban injifannoowwanii fi milkaa’inaalee galmaa’an ummata waliin kabajaa jiraachuu beeksise.…
Ispoortii Dorgommiiwwan Fiigichaa Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama ni gaggeeffamu Debela Tadesse Aug 27, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atleetiksii umrii 20 gadii Peeruu Liimaatti gaggeeffamu har’a ni jalqaba. Sagantichaan dorgommiiwwan Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti… Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni tibbana qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii Itiyoophiyaa cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti dhiyaataniiru. Shakkamtoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6’f deeggarsa meeshaalee… Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6'f deeggarsa meeshaalee barnoota walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Dhimma…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan jahaan badhaasaaf kaadhimame Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaan dameewwan imala idil Addunyaa jahaan badhaasaaf kaadhimamuu ibsameera. Kana hordofee mallattoo Itiyoophiyaa fi Ardii…
Ispoortii Kilabni kubbaa miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF… Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF dorgommii gulaallii CECAFA, Baankiin Daldala Itiyoophiyaa KilabaYugaandaa Kaweempe Musiliim Leediis…