Oduu biyya keessaa Hogganaan Telegiraam Faransaayitti to’atame Tsehay Guluma Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC)-Hogganaan miidiyaa hawaasummaa Telegiraam Paaveel Duuroov Faransaayitti to’annoo jala oolfamuun gabaafame. Miidiyaalee Fayansaay wabeeffachuun…
Ispoortii Atileet Dirribee Waltajjiin fiigicha Daayimandi Liigii guyyaa 4 keessatti yeroo 2ffaaf injifatte Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Dorgommii fiigicha Daayimandi Liigii meetira kuma 3 fi meetira kuma 1 fi 500 Luuzaanitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Atileet…
Oduu biyya keessaa Namoota qajeelfama aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegalame Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata aviyeeshinii cabsan 6 irratti qorannoon yakka shoorarkeessummaa eegaluu Poolisiin Federaalaa beeksise. Tibbana Imala…
Oduu biyya keessaa Hojiin misooma Koriidarii guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan guddisuudha –… Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Hojiin misooma Koriidarii hojjetamaa jiru guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan cimsu ta'uu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Addisuu Araggaan durfamu Aanaa Boosatitti misooma Atoo Boonsituu fi Boloqqee daawwate Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti qindeessaa kilaastera baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Godina Shawaa Bahaa…
Ispoortii Komaandar Atileet Taammiraat Tolaan Aanaa Alaltuu iddoo dhaloota isaatti simatame Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Gooticha Maaraatoonii Paaris, Komaandar Atileet Taammiraat Tolaa bakka dhaloota isaa Aanaa Alaltuutti simannaan taasiifameef. Olompikii Paariis…
Idil Addunyaa Paakistaanitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 37 darbe Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Paakistaanitti balaa Tiraafikaa iddoolee garaagaraa lamatti mudateen lubbuun namoota 37 darbuu gabaafame. Awutoobisiin Deddeebisa ummataa namoota 70…
Oduu biyya keessaa Yuuniyeenota qonnaan bultootaa afuriif Tiraaktaroonni dabarfaman Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Yuuniyeenota Qonnaan bultoota Hojii gamtaan gurmaa'uun maallaqa qusachaa turaniif tiraaktaroonni misooma qonnaaf oolan 20 Birrii miiliyoona 200 oliin…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Lixaa eebbifame Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Birrii miiliyoona 151 oliin kan ijaarame Gamoon Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Lixaa eebbifameera. Gamoon eebbifame keniinsa tajaajila…
Biiznasii Torbeen Daldalaa kan Itiyoophiyaa Bitadhaa jedhu baname Sifen Megersa Aug 25, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Torbeen Daldalaa kan Itiyoophiyaa Bitadhaa jedhu banameera. Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan Giddu gala Ijaarsa Sirna…