Hojiin ijaarsa bu’uuraalee misoomaa ariitiifi qulqullinaan xumuruu cimee itti fufa- Kantiibaa…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojiin ijaarsa misooma kooriidariifi bu’uuraalee misoomaa biroo eegalaman ariitiifi qulqullinaan…