Oduu biyya keessaa Mallattoo Birmaddummaa; Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa hundeeffama isaa irraa eegalee waggoota 90f birmaddummaa fi tokkummaa daangaa biyyattii kabachiisuurratti gahee seena…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Ijipti kolonii Abbayyaa itti fufsiisuuf qabdu akka hin deebinetti xumurameera – Ambaasaaddar… Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Fedhiin Ijipti kolonii abbayyaa itti fufsiisuuf qabdu akka hin deebinetti xumurameera jedhan Ministeera Dhimma Alaatti, Daayrekterri Jeneraalaa Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan teeknooloojii hubannoo nam-tolcheen qabeenya tuurizimii misoomsuuf hojjechaa jirti-… Ayana Dheressa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan teeknooloojii hubannoo nam-tolchee fayyadamuun qabeenya tuurizimii misoomsuuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Hundeeffama Mootummaa Haaraa fi Abdiiwwan Itiyoophiyaa Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota darban rakkoolee siyaasaa fi hawaasummaa garaagaraa keessa darbitee har’a geesseetti. Barri 2019 garuu bara addaafi abdiiwwan…
Idil Addunyaa Antooniiyoo Guutareez Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii akka… Ayana Dheressa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019(FMC)- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniiyoo Guutareez Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii akka…
Uncategorized Rakkoolee kenna tajaajila geejjibaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Ejensicha Sifen Megersa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Rakkoo kenna tajaajila geejjibaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Ejansiin Geejjiba Oromiyaa. Buufanni Konkolaataa Qindaa'aa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Gorsaan Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaan Ministira Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis Sijoordi Sijoordismaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanota dirree iddoowwan gahumsa tuurizimii magaalichaa cimsan Ayana Dheressa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan aadaawwan fi duudhaalee boonsaa dhalootaa dhalootatti darban biyya qabdudha. Ayyaanonni Damaraa, Masqalaafi Irreechaa ayyaanota…
Oduu biyya keessaa Indaastirii Omishaa: Badhaadhina Itiyoophiyaa Mirkaneessuuf Yonatan Birhanu Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Falaasamni Ida’amuu humna biyya keessaa qindeessuun, milkaa’inoota darban itti fufsiisuun, dogoggora mudatan sirreessuun guddina diinagdee guutuu fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaana guddaa sa’aa fi namni itti quufu! Mootii Ayyaanaa Masqala Sifen Megersa Sep 23, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2019 (FMC) – Sirni Gubaa Damaraa baatii jalqabaa bara Haaraa Fulbaana 16 kan raawwatamuudha. Sirni Gubaa Damaraa Ayyaana Ifaa(Masqalaa) kun Oromiyaa hundatti bifa…