Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuufi jedhame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)–Bara Baajataa 2017’f Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuuf ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksise.…