Oduu biyya keessaa Komishinichi Ajandaa Dargaggootaa fudhate Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) –Dhaabbanni ‘Y Buntu Youth Peace Buliding Alliance’ jedhamu ajandaalee Dargaggootaa sadarkaa biyyaalessaatti walitti qabe Komishinii Marii Biyyaalessaaf…
Ispoortii Atileet Barrihuun Aragaawwiin fiigicha fageenya meetira kuma 10 rikkardii haaraa galmeesse Sifen Megersa Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Atileet Barrihuun Aragaawwiin dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ispeen Saan Siilveesteritti gaggeeffame rikkardii haaraa galmeessuun injifate.…
Biiznasii Baatiwwan Arfan darban Daldalaa Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 ol argamuu ibsame Sifen Megersa Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Mudde 23, 2017 (FMC) – Baatiwwan Arfan darban Daldalaa Alaaraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa beeksiise.…
Idil Addunyaa Ameerikaan buufataalee loltummaa finciltoota Huutii irratti haleellaa qiyyaaffate raawwatte Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Waraanni Ameerikaa Yemen Magaalaa Sana’aatti buufataalee loltummaa finciltoota Huutii irratti haleellaa qiyyaafate raawwachuun gabaafame. Buufataalee…
Fayyaa Waa’ee Utaalloo Tibbanaa Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Dhibeen utaalloo uumamaan kutaalee hargansuu kanneen akka funyaan, qoonqoo fi ujummoo qilleensaa kan miidhuu fi dhibee namarraa namatti daddarbuudha.…
Fayyaa Labsichi bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti ceesisa-Dooktar Maqidas Dhaabaa Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Labsiin To’annoo Fi Bulchiinsa Tajaajila Fayyaa, bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti kan ceesisu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Hindiif gadda itti… Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Hindii Maanmohaan Siingiin gadda itti dhaga’ame…
Oduu biyya keessaa Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu… Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC) –Jallisii irratti xiyyeeffannoo taasifneen qonni Oromiyaa seenaa biyya keenyatti fuula haaraa uumuu danda'eera jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Biiznasii Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeesse Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeessuu Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Korichi haala diinagdee gooroo biyyattitti dhiyeenya…
Oduu biyya keessaa Boordichi ABUT Yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiise Debela Tadesse Dec 31, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Addi Bilisummaa Ummata Tigraayi (ABUT) yaa’ii waliigalaa akka gaggeessuu hubachiiseera. ABUT bu’uura labsii lakkoofsa…