Tajaajilichi lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise.…