Idil Addunyaa Filooriidaatti Obomboleettiin karfaffuu makate mudate Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Ameerikaa Bulchiinsa Filooriidaatti obomboleettiin karfaffuu makate ‘Haarikeen Miiltan’ jedhamu mudachuun ibsame. Balaan kunis sigiga lafaa, lolaa fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5, 2017 eegalee Finfinneetti ni taa’aama Sifen Megersa Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5 - 7,2017tti Magaalaa Finfinneetti kan taa’aamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa qaba-Dooktar Girmaa Amantee Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen dubbatan. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Liibaanositti nageenya lammiileef xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa jira-MDhA Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Liibaanositti nageenyi lammiilee balaarra akka hinbuune xiyyeeffannaan duraa kennamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Dubbii…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa rooba akka argatan ibsame Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa argatan, rooba salphaa hanga giddugaleessaa akka argatan Inistiitiyuutiin Raagaa Haalaa Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Ingiliz Itiyoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 22.9 kan taasiistu ta’uu ibsite Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Mootummaan Ingiliz Itiyoophiyaatti nageenyaa fi misooma waareessuuf kan oolu Paawundii miiliyoona 22.9 deeggarsa kan taasiistu ta’uu beeksiste.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota hirmaannaa Diyaaspoorawwanii cimsanirrati mari’atan Sifen Megersa Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hirmaannaa Diyaaspoorawwanii guddisuu fi tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirrati mari’ataniiru. Gareen…
Oduu biyya keessaa Dureewwan GEA Pireezidaantii Haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan Debela Tadesse Oct 10, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Dureewwan Gamtaa Emereetota Arabaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii fi hawwii gaarii dabarsaniiru. Pireezidaantiin…
Ispoortii Gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii Sudaan Kibbaan injifatame Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Sudaan Kibbaan galchii 2 fi 1’n injifatameera. Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa DhMG ta’uun filatamte Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun filatamte. Itiyoophiyaan yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata…