Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa Gaazexeessaa Warquu Gaaddisaa raawwate Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Gaazexeessaa Warquu Gaaddisaa raawwatame. Daayrekterri Teelevizhinii Itiyooophiyaa qophii afaan Oromoo duraanii fi Daayirektiingiin…
Oduu biyya keessaa Mukti Mana jireenyaarratti kufuun Lubbuu haadhaa fi daa’imaa galaafate Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Godina Beenchi Shakkoo Aanaa kibba Beenchitti roobaa cimaa roobee hordofee mukti mana jireenyaarratti kufuun lubbuu haadhaa fi daa’ima baatii lamaa…
Oduu biyya keessaa Faransaay Itiyoophiyaa waliin tumsa diinagdee uumuuf fedhii qabaachuu ibsite Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Ambaasaaddar Aleeksiis Lemeek waliin…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa, Itiyoophiyaatti Jila Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ate Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa, Itiyoophiyaatti Jila Gamtaa Awurooppaa waliin dhimmoota waaqtawaarratti mari’ateera. Marii isaaniin, adeemsa marii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan Itiyoophiyaatti Daayrektera Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Daayrektera Sagantaa Nyaata Addunyaa Zilataan Miliisiik waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe. Balichi Daandii Gooroo irraa gara Koyyee Facceetti…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa dabalataan baliilii sadii gara Omaanitti taasisuufi Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Magaalaa Guddittii Yoordaanos Omaanitti dabalataan baliilii sadii taasisuuf akka ta’e beeksise Balaliin taasisu kunis…
Idil Addunyaa Balaliisaan Xiyyaara utuu balaliisuu lubbuun darbe Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)-Balaliisan Daandii Qilleensaa Turki utuu Xiyyaara Balaliisuu lubbuun isaa darbuun gabaafame. Balaliisaan Ilseehiin Peelivaan kan umriin 59 Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan suphaa konkolaataa Indaastirii Fiibeellaa daawwatan Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Itaamaajor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan suphaa konkolaataa Indaastirii Fiibeellaa Dabra Birhaan daawwatan.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ajandaaleen waliigaltee Godaansaa akka raawwataman taasisaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Oct 9, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan ajandaalee waliigaltee Godaansaa Imammataa misoomaa ishee garaagaraa keessatti hammachisuun akka raawwataman taasisaa jiraachuu Ministirri…