Oduu biyya keessaa Lammiileen 104 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Jibuutiitti haala rakkisaa keessa turan 104 gara biyyaatti deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi, Dhabata…
Oduu biyya keessaa Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran kan jajjabeeffaman ta’uu Pireezidaantii Itti…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa siyaasaa fi yaadota duubatti hafoo sireessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera- Aadde… Debela Tadesse Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa cabiinsa siyaasaa mudatee fi yaadota duubatti hafoo sirreessuun injifannoo olaanaan galmaa’eera jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaarratti hirmaachaa jirti Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kamiil yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaa Chaayinaa Tiyaanjiitti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Imala Waggoota 30 Faanaa tattaaffii cimaan Debela Tadesse Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)-Faanaan Miidiyaa Adda Duree Wiirtuu yaada heddummataa, yaadannoo kaleessaa, tattaaffii har’aan boru kan mil’atudha. Dhimmoota siyaasaa, diinagdee fi…
Oduu biyya keessaa Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu qaba –… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu akka qabu Kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan. Duulli…
Biiznasii Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee mallatteessite Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Mootummaan Jaappaan Itiyoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 11 taasisuuf waliigaltee Mallatteesseera. Deeggarsi taasifamees Piroojektii…
Oduu biyya keessaa Kallattiin fuulduraa Paartichaa kara hunda hirmaachiiseen Qabsoon hoggannudha-Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Kallattiin fuula duraa Paartii Badhaadhinaa haala Itti gaafatamummaa mirkaneessee fi hunda hirmaachiiseen qabsoon hoggannuudha jedhan Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi kaayyoo isaa itti fufiinsaan akka milkeessuuf nan hojjedha –Pireezidaanti Taayyee… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Boordii Hoji Raawwachiistu Badhaasa Qulqullinaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Waajjirri paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhina waggaa 5ffaa… Tsehay Guluma Nov 20, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) –Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee magaalaa Shaggar hundeeffama paartii badhaadhinaa waggaa 5ffaa ilaalchisuun ibsa Miidiyaaleef kenneera. Ibsicha kan…