Gaaffiin misooma buufata xiyyaaraa deebii argachuun bu’aa qabsoo bara dheerati-Pir.Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Gaaffiin misooma buufata xiyyaaraa hawaasni bara dheeraaf gaafataa ture yeroo kanatti deebii argachuun isaa ummata keenyaaf taatee seenaa qabeessa bu’aa…