Browsing Category
Biiznasii
Magaalaa Shaggaritti Ayyaana bara haaraaf oomishni gahaan dhiyaate- Waajjiricha
Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC)- Magaalaa Shaggaritti Ayyaana bara haaraa 2019’f oomishaaleen bu’uuraa gahaan dhiyaataniiru jedhe Waajjirri Daldalaa Magaalichaa.
Itti gaafatamaan…
Olka’iinsa Damee Albuudaa Guddina Diinagdeef Abdii Haaraa Bane
Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota qabeenya albuudaa hedduu qaban keessaa tokko taatus, baroota darbanitti qabeenya uumamaa ishee kana sirnaan misoomsuun guddina…
Magaalichatti Ayyaana bara haaraaf dhiyeessii oomishaalee bu’uuraa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen bu’uuraa gatii madaalawaan dhiyaachaa jiru.
Faanaa Diijitaal daawwannaa Giddugala Gabaa…
Itiyoophiyaan ni oomishti; sochii damee omishaa gara haaromsa haaraatti ceesise
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Dameen omishaa Itiyoophiyaa waggoota dhiyoo asitti haaromsa haaraa agarsiisaa jira.
Dameen kun dandeettii omishaa guddisuu fi oomishaalee alaa irraa…
Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 ol to’ataman
Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Torban tokko keessatti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 fi kuma 500 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe Komishiniin…
Al ergii oomishaalee beelladaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 28.3 argame…
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Galii Oomishaalee al ergii beelladaarraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Inistiityuutiin Misooma Beelladaa.
Galii damichaarraa argamu guddisuuf…
Dhaabbanni Inshuraansii Itiyoophiyaa bara baajataa kana galii Birrii biiliyoona 18.6 argate
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Inshuraansii Itiyoophiyaa bara baajataa kana galii Birrii biiliyoona 18.6 argadhe jedhe.
Dhaabbatichi Yaa’ii waggaa 39ffaa bara baajataa…
Magaalichatti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun baazaariin baname
Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun baazaarii ayyaanaa eegalchiiseera.
Hogganaa Itti aanaan Biirichaa Tsaggaayee…
Ejensiin Daldalaa fi Invastimantii Biraaziil Waajjira Isaa Finfinneetti Bane
Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Ejensiin Daldalaa fi Invastimantii Biraaziil, ‘ApexBrasil’, Afrikaa keessatti waajjira isaa isa jalqabaa Finfinneetti baneera.
Waajjirichi Ministirri…
Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee akka hin uumamneef qophiin taasifameera-…
Finfinnee, Hagayya 26, 2018( FMC)- Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni oomishaalee akka hin uumamneef qophiin taasifameera jedhe Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee.
Hoggantuun…