Browsing Category
Biiznasii
Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Qulqullina oomishaalee eegsisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa ibseera.
Mootummaan qulqullina oomishaalee…
Naannoo Sidaamaatti baatiwwan salgan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 3.9 walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti baatiwwan salgan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 3.9 walitti qabamuu ibsameera.
Naannichatti Kaffaltoota gibiraa adda duree…
Oromiyaatti Intarpiraayizoonni 740 gara guddattuu giddugaleessaatti ce’an
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa har'a magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti ce'umsa intarpiraayizoota marsaa 12ffaatiin…
Aanaalee Gaasaraa fi Agaarfaatti meeshaaleen daldala seeraan alaa Birrii miliyoona 3.7 olitti…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Godina Baalee Aanaalee Gaasaraa fi Agaarfaatti meeshaaleen daldala seeraan alaa Birrii miliyoona 3.7 olitti tilmaamamuu fi boba'aan dhaabbata Chaayinaa…
Obbo Addisuu Araggaa fi Komishinar Lalisee Nameen warshaalee oomishaa Kiingdamii fi Sanshaayiin…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantii Oromiyaatti qindeessaan kilaastara Misooma magaalaa Obbo Addisuu Araggaa fi Komishinarri komishinii Invastimantii…
Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Dhiyeessii fi Raabsaa Boba’aa …
Fooramiin biiznasii Ityoo-Faransaay Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Hariiroo damee Invastimantii fi diinagdee Ityoophiyaa fi Faransaay gidduu jiru caalmaan guddisuuf Fooramiin biiznasiichaa magaalaaa Finfinneetti…
Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti daldaltoota seeraan ala daballii gatii taasiisan 692 irratti tarkaanfiin seeraa fudhatamuu Waajjiri Daldalaa Godinichaa beeksise…
Oomishaalee kuduraa fi muduraa Ityoophiyaa gabaa Jibuutiif dhiyeessuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin oomishaalee kuduraa fi muduraa gabaa Jibuutiif dhiyeessuuf waliigaluu ibsame.
Fooramiin jalqabaa Kuduraa fi Muduraa Ityoo-…
Raashiyaan oomisha boba’aa ishee Ruubli yookaan Biit Kooyiniin gurguruu akka dandeessu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Raashiyaan oomisha boba’aa ishee alatti ergitu maallaqa biyyashee Ruubli yookaan Biit Kooyiniin gurguruu akka dandeessu beeksiste.
Qoqqobbii yeroo…