Browsing Category
Biiznasii
Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Warshaan Sukkaaraa Oomoo Kurraaz lakkoofsa 3 oomisha eegale.
Gareen Indaastirii Sukkaaraa Itiyoophiyaa warshichi bara 2017 hojii sukkaaraa oomishee baasuu…
Dooniin Xaa’oo biyyoo Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii geesse
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Dooniin Xaa’oo biyyoo Daappii jedhamu Kuntaala kuma 500 fi kuma 50 ol feete Jibuutii gahuu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Xaa’oon…
Dhabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa bituuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Chaayinaa Buna Itiyoophiyaa baay’inaan bituuf fedhii qabaachuu beeksisan.
Jilli Mana Maree Daldalaa, Tumsa Diinagdee fi walitti Hidhamiisa…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) - Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 500 fi miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.
Komishinichi hordoffii…
Baatii Muddee gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma duraan itti fufa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) -Baatii Muddee keessaa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii Sadaasaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” argate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa tajaajila waaraa damee bizinasiin “Badhaasa Tuuriizimii Ikulaa” 2024 Ugaandaa argateera.
Sagantichi Ugaandaa…
Birrii tiriiliyoonni 3.25 Teeleebirriin daddabarfamuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)- Hanga ammaatti Birrii tiriiliyoonni 3.25 appilikeeshinii Teeleebirriin daddabarfamuu Itiyoo-Teelekoom beeksise.
Hojii Raawwachiistuun Dhaabbatichaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Sadaasa 6 – 12, 2017tti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumurukaa…
Ministeerichi baatiwwan Arfan darban galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Ministeerri Galiiwwani Baatiwwan Arfan daban galii Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu beeksiseera.
Gamaaggamni raawwii karooraa…
Godinichatti Boloqqeen Kuntaala Kuma 100 ol gabaa alaaf qophaa’e
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)-Godina Shawaa Bahaatti Omishi Boloqqee Kuntaala Kuma 100 ol Gabaa alaaf dhiyeessuuf qophaa'uun ibsameera.
Sagantaan jalqabsiisa al ergii Boloqqee bara…