Browsing Category
Biiznasii
Dirree Dhawaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 38 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa, Indastirii…
Suphaan Warshaa Sukkaaraa Oomoo Kurraazii lakkoofsa lamaa xumuramuun oomisha eegale
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Suphaan Warshaa Sukkaaraa Oomoo Kurraazii lakkoofsa lamaa xumuramuun oomisha eegaluu ibsameera.
Warshichi Shankoora lafa hektaara kuma 3 fi 600 irratti…
Daldala Alaa Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 6’n darbanitti Daldalaa Ala Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa beeksise.…
Gurgurtaa Humna Elektirikiirraa galiin Birrii biliyoona 12.8 ol argame
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti gurgurtaa humna elektirikii biyya keessaa fi alaaf dhiyateerraa galiin Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 848 ol argamuu Humni…
Taaksii biyya keessaarraa galiin Birrii biiliyoona 168.27 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Baatiiwwan ja’an darban taaksii biyya keessaarraa Birrii biiliyoonni 167.27 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Ministir Deetaan Damee…
Itiyoo Telekoom bu’aa Birrii biiliyoona 11 argachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Itiyoo Telekoom baatiiwwan jahan darbanitti bu’aa qulqulla’ee Birrii biiliyoona 11 argachuu beeksise.
Hojii Raawwachiistuun dhaabbatichaa Fireehiwoot…
Daandiin Qilleensichaa Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaaf hir’isa gatii tajaajilaa taasise
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Itiyoophiyaanoota dhaloota 2ffaa waamicha Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad taasisan simachuun dhufaniif hir’isa…
Tajaajilichaarraa galiin Birri biiliyoona 1.29 argame
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)-Tajaajila galmeessaa fi mirkaneessaarraa galiin Birrii biiliyoona 1.29 argamuu Tajaajilli Galmeessaa fi Mirkanaeessa Ragaalee beeksise.
Tajaajilichi…
Oromiyaatti galiin Birrii biiliyoona 47 ol waliitti qabame
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan shanan darbanitti galiin Birrii biiliyoona 47.72 walitti qabamuun ibsame.
Naannichatti bara bajatichatti galii Birrii…
Balfa deebisanii faayidaaf oolchuun galiin Birrii miiliyoona 746 olii argame
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Baatiiwwaan 6’n darbanitti hojii balfa deebisanii faayidaarra oolchuuf hojjetameen galiin Birrii miiliyoona 746 ol argamuu Ejensiin Qulqullinaa Bulchiinsa…