Browsing Category
Biiznasii
Dirree Dhawaatti Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii Biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa,…
Giddugalli warshaala, gurgurtaa fi gurgutaan boodaa konkolaataa Ayisuuzuu eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Giddugaloonni warshaala, gurgurtaa fi gurgutaan boodaa konkolaataa Ayisuuzuu eebbifameeera.
Sirna eebbichaarratti Ministira Ministeera Geejjibaa…
Ministeerichi albuudaalee gabaa alaaf dhiyaatanirraa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfachuun…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Bara 2016 albuudaalee gabaa biyya alaaf dhiyaatan irraa sharafa alaa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.…
Naannichatti abbootti qabeenyaa kappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessan 134’f eeyyamni kenname
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessisan 134 eeyyamni invastimanti kenname.
Abbootiin…
Qabeenyi albuudaa Gambeellaa guddina diinagdeef akka gumaachu hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Qabeenyi albuudaa Naannoo Gambeellaa sirnaan misoomee guddina diinagdeef akka gumaachu oomisha ammayyaa’aa irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jira jedhame.…
Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) - Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa gama hundaan mirkaneessuuf kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen dubbatan.…
Korichi Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastiriitti akka oomishan tattaaffii akka…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Abbootiin Qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaatti akka oomishan tattaaffii akka taasisu Koreen Koorporeeshinii michummaa…
Ministeerri Indaastirii fedhii oomishaalee waraqaa %77 biyya keessaan uwwisuun akka danda’ame ibse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Biyya keessatti waraqaalee fi bu’aalee waraqaa oomishuun waan danda’ameef fedhii biyya keessaa %77 uwwisuun akka danda’ame Ministeerri Indaastirii…
Fooramii Biiznasii Itiyoo – Moorokoo waloon qopheessuuf waliigalame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Moorokoon bara 2024 Fooramii Biiznasii waloon qopheessuuf waliigalaniiru.
Komishinarri Komishinii Invastimanii Lalisee Nameen…
Gamtaan Awurooppaa Itiyoophiyaaf sagantaa deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 650 ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa Itiyoophiyaaf sagantaa deeggarsaa waggaa damee hedduu Yuuroo miiliyoona 650 ifoomseera.
Hammattoo deeggarsichaas Ministira…