Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Zaman Gamoo Waajjira Muummee Birrii biiliyoona 1.5 ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 19, 2015(FBC)- Baankiin Zaman Gamoo Waajjira Muummee isaa baasii Birrii biiliyoona 1.5’n ijaarsise eebbisiiseera.
Sirna eebbicharratti Bulchaa Baankii Biyyaleessaa Obbo…
Naannichatti sagantaa jalqabsiisa sosochii gibiraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti sagantaan jalqabsiisa sosochii gibiraa fi kaffalttoota gibiraa amanamoof beekamtii kennuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Birriin biiliyoonni 28 ol galii gibira miliqsuurraa baraaramuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Baatiiwwan kurnan darbanitti Daayirektoreetiin Odiitii…
Baankichii bittaa fi gurgurtaa Birrii tiriiliyoona 2.2 raawwachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa tajaajila ‘Dijitaal Baankiingiin’ bittaa fi gurgurtaa Birrii tiriiliyoona 2.2 raawwachuu beeksise.
Daddabarsi maallaqa…
Bu’aaleen gogaa fi kal’ee qaraxarraa walaba gurguraman bu’aa jajjabeessaa argamsiisaa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Daandii Qilleensaa Ityoophiyaatti bu’aaleen gogaa fi kal’ee qaraxarraa walaba gurguraman bu’aa jajjabeessaa argamsiisaa jiraachuu Ministeerri Indaastirii…
“EtiSalat” Ityoophiyaatti damee telekoomirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Emereetota Araba Gamtoomanii “EtiSalat” Ityoophiyaatti damee teelekoomiirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu beeksiseera.
Ministir Deetaan…
Baatiwwan kurnan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyooni1 argame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii Ityoophiyaa beeksiseera.…
Komishinar Laliseen abbootii qabeenyaa Ityoophiyaa Emireetoota Araba gamtoomanii jiraatan waliin…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) –Komishinarri Komishinii Invastimantii Lalisee Nameen abbootii qabeenyaa Ityoophiyaa Emireetoota Araba Gamtoomanii jiraatan waliin mari'ataniiru.…
Damee Turizimiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3 argame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2015 (FBC) – Baatiwwan salgan darban Damee Turizimiirraa galiin BirriinDoolaarri biiliyoonni 3 argamuu Ministeerri Turizimii beeksise.
Iddoolee ga'umsa Turiizimii…
Jilli Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Mana Maree Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Jilli Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa hoggantoota Mana Maree Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliin mari'ateera.
Itti Aanaan Komishinaraa…