Browsing Category
Biiznasii
Naannichatti gabaa tasgabbeessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira- Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Naannoo Harariitti gabaa Sanbataa bifa itti fufiinsa qabuu fi omishaalee gabaaf dhiyaataan gatii madaalawaan waliinga’uuf hojiileen hojjetaman cimanii kan…
Baatiwwan kurnan darban Jimaan karaa seeraan alaa gara Alaatti ba’uuf ture Birrii biiliyoona 1.2…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Jimaan karaa seeraan alaa gara Alaatti ba’uuf ture Birrii biiliyoona 1.2 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.…
Daballiin gatii fi Qaala’iinsi jireenyaa qormaata ijoo diinagdee Goorooti – Ministeera Pilaanii fi…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Daballiin gatii fi Qaala’iinsi jireenyaa qormaata ijoo diinagdee Gooroo ta’uu adda ba’uun xiyyeeffannoon akka irratti hojjetamu kallattiin kaa’amuu…
Sochii daldalaa Ityoo-Jibuutii guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Daldala alaa horii dhaabbii Ityoophiyaan gama buufata Jibuutiin taasistu cimsuuf biyyoonni lameen qindoominaan hojjechuu akka qaban ibsame.
Sochii…
Oomisha Kuduuraa fi Muduraa irraa galiin Doolara miiliyoona 514 ol argamuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Baatiiwwan saglan darbanitti oomishaalee kuduraa fi muduraa irra galiin Doolara miiliyoona 514.1 argamu Ministeerri Qonna beeksisee.
Baatiwwan saglanitti…
Obbo Kaasahuun Goofeen jila Hogganaa Baankii Addunyaan durfamu waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasahuun Goofeen Hogganaa Piroojektii Baankii Addunyaa Afrikaa Alwaalid…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 214 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 214 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Eebla 27, 2015 hanga Caamsaa 3, 2015tti…
Boba’aa Xiyyaaraa faalama qilleensaa hin qaqqabsiifne biyya keessatti oomishuuf sochiin…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Boba'aa Xiyyaaraa faalama qilleensaa hin qaqqabsiifne biyya keessatti oomishuuf sochiin eegalamuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.
Daandiin…
Naannichatti albuudaalee Oppaalii fi Warqeerraa galiin Doolaara miiliyoona 7.9 argame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2015 (FBC)- Naannoon Amaaraatti Albuudaalee ooppaalii fi Warqeerraa galiin Doolaaraa miiliyona 7.9 argamuun ibsame.
Naannichi yeroo jalqabaaf Warqee kiiloo giraama…
Yaa’iin Beeksisa daldala galii Idil Addunyaa Chaayinaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti eegale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Yaa’iin Beeksisa daldala galii Idil Addunyaa Chaayinaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’icharratti hoggantoonni olaanoon…