Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)-Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa Magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeeffamuu eegaleera.
yaa’icharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa…
Ministeerichi Biiroolee Fayyaa Naannoolee fi bulchiinsa Magaalootaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Biiroolee Fayyaa Naannoolee,BulchiinsaMagaaloota, Dhaabbiilee Itti waamamtootaa fi Hospitaalootaaf Konkolaattootaa fi deeggarsa…
Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu’uureffachuun qoricha garaagaraa omishuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu'uureffachuun qoricha garaagaraa biyya keessatti omishuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sirni…
Baatiwwan sadan darban Agoobarri Miiliyoonni 2.2 raabsamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC)-Baatiwwan sadan darban weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 2.2 raabsamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ministeerichi qorichaalee…
Namoonni miiliyoona 1.7 busaaf saaxilamuu biirichi ibse
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC)- Baatiiwwna 3’n darban namoonni miiliyoona 1.7 busaaf saaxilamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaa Itti Aanaan Biirichaa…
Pirojektiin dhaabbilee fayyaa 300’f humna elektirikii dhiyeessuuf gargaaru ifoome
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pirojektiin dhaabbilee fayyaa 300’f humna elektirikii dhiyeessuuf gargaaru ifoomeera.
Ministeerri Fayyaa pirojekticha wayita ifoomsetti,…
Finfinneetti duulli Talaallii Ittisa Dhibee Laamshessaa kennamaa ture guyyoota lamaaf dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Finfinneetti duulli Talaallii Ittisa Dhibee Laamshessaa(Pooliyoo) kennamaa ture guyyoota lamaaf dheerachuu Biiroon Fayyaa Magaaalaa Finfinnee…
Yaa’iin sirna odeeffannoo fayyaa dijitaalawaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Yaa’iin jalqabaa sirna odeeffannoo fayyaa dijitaalawaan biyyoonni Afrikaa 19 irratti hirmaatan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Magaalichatti duulli Talaallii Pooliyoo eegale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti duula Talaallii Ittisa dhibee Pooliyoo eegalameera.
Daa’immaan umrii waggaa 5 gadii ta’an kuma 628 oliif Talaallii Ittisa Dhibee…
Hawaasni godinichaa of eeggannoo dhibee busaaf taasisu akka cimsu hubachiifame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Hawaasni Godina Jimmaa dhibee busaa babal’achuu dandaa’uuf of eggannoo cimaa taasisuu akka qabu Waajjirri Fayyaa godinichaa hubachiise.
Godinichatti…