Naannichatti dhibee daddarboo ittisuuf tattaaffii taasiifamu kan tumsu sagantaan fayyaa gara…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti dhibee daddarboo ittisuuf tattaaffii taasiifamu kan tumsu sagantaan fayyaa gara hojiitti galuu Biiroon Fayyaa bulchiinsa yeroo…
Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2 oliin babal’ifamaa jiran daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Magaalaa Finfinneetti baasii Birrii biiliyoona 2 oliin pirojektoota fayyaa babal’ifamaa jiran daawwataniiru.…
Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessa waldhaansa baqqaqsanii…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC)-Hoospitaala Waliigalaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessaa waldhaansa baqqaqsanii yaaluun ba’uu ibsameera.
Haadhaa…
Dhaabbilee fayyaa deebisanii ijaaruu fi suphuun tajaajila idilee akka kennan taasifamuu eerame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Raawwii damee fayyaa kurmaana jalqabaa bara 2016’n dhaabbilee fayyaa deebisanii ijaaruu fi suphuun %95 tajaajila idilee akka kennan taasifamuu eerameera.…
Dirre Dhawaatti Weerara Dhibee Busaa fi Dangii Ittisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti Weerara Dhibee Busaa fi Dangii mudate ittisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa bulchiinsa magaalichaa ibseera.
Dhibeen…
Dhukkuba Kaanserii Sombaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Kaanseriin sombaa gosoota kaanserii rakkoo fayyaa cimaa fi du’aatii fidan keessaa tokko ta’ee, sababa rakkoo seelii sombaa irra gahuun kan dhufuudha.…
Baankiin Misooma Itiyoophiyaa deeggarsa meeshalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 31 taasise
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Baankiin Misooma Itiyoophiyaa Giddugala Wal’aansa Daa’imman Dhukkubsattoota Onneef deeggarsa meeshalee tajaajila baqaqsanii wal’aanuu Birrii miiliyoona 31…
Dhukkuba Infuleenzaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) –Dhukkubni Infuleenzaa/Filuu/ Vaayirasiidhaan kan dhufu infeekshinii ujummoo hafuuraa, funyaan, qoonqoo fi somba kan miidhuudha.
Dhukkubni kun namoota…
Du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetama jira-Dooktar Darajjee Dhuguumaa
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Bakki tursiisa haadholii dhaabbiilee fayyaa keessa jiran du’aatii haadhoolii hir’isuuf gahee isaanii olaanaa ta’uun ibsame.
Lubbuu haadholii sababa…
Faayidaa Loomii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera.
Loomiin yeroo baayyee qabiyyee isaa…