Magaalichatti sagantaan guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraa hojiirra ooluufi
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waggoottan sadan dhufanitti sagantaa guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraan daa’imman kumni dhibbi 3 fi kumni 30 ol…
Wiirtuun Qindeessa balaa tasaa Fayyaa hawaasaa damee Kibba Lixa Oromiyaa magaalaa Jimmaatti baname
Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Wiirtuun Qindeessa balaa tasaa Fayyaa hawaasaa damee Kibba Lixa Oromiyaa magaalaa Jimmaatti banameera.
Wiirtichii waajjira eeggumsa…
Dooktar Masaay Haayiluu Bakka Bu’aa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa Dooktar Masaay Haayiluu Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Bakka Bu’aa Ityoophiyaa…
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa ‘CDC’ Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa fi Giddugalli Ittisaa Dhibeeewwanii Chaayinaa (CDC) walta’iinsa isaanii cimsuun sirna ittisaa fi to’annoo…
Rakkoolee damee fayyaa furuuf qaamoleen hundi itti gaafatamummaan hojjechuu qabu- Dooktar Liyaa…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Rakkoolee damee fayyaa furuufi bara 2015tti raawwii gaarii galmeessisuuf qaamoleen hundi itti gaafatamummaan hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Ityoophiyaatti hanga ammaatti namni dhibee maariyyee jaldeessaan qabame akka hinjirre ibsame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hanga ammaatti namni dhibee maariyyee jaldeessaan qabame akka hinjirre Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksise.
Haala…
Maariyyeen Jaldeessaa dhibee yaaddessaa addunyaa ta’aa jira – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC) - Maariyyeen Jaldeessaa dhibee yaaddessaa addunyaa ta'uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa hubachiise.
Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa saffisaan babal'achaa…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota dhibee Maariyyee Jaldeessan qabamanii kuma 14 ol ga’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota dhibee Maariyyee Jaldeessan qabamanii kuma 14 ol ga’uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise.
Namoota…
Hojiilee kalaqaa damee fayyaarratti hojjetamaniif deeggarsi kan taasifamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014(FBC)- Hojiin kalaqaa tajaajila fayyaa qulqullina qabu hawaasa qaqqabsiisuuf ga’ee olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dookatar Liyaa Taaddasaa ibsan.…
Ijaarsa hospitaalota ammayyaa 24’f lafti ijaarsaa kennameera- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee turizimii fayyaa dhaqqabamaa taasisuuf ijaarsa hospitaalota ammayyaa 24f lafa kennuu beeksise.
Kantiibaan magaalaa…