Ministeerichi sagantaalee fooyyessa tajaajila fayyaa 28 bocuun hojiirra oolchuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Fayyaa sagantaalee fooyyessa tajaajila fayyaa 28 bocuun hojiirra oolchuu ibse.
Ministeerichi raawwii karoora hojii bara 2014 hospitaalota…
Doggogorawwan tajaajila yaalaarratti muudatan hambisuuf dandeettii ogummaa gabbisuun murteessaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Doggogorawwan tajaajila kenniinsa yaalaarratti muudatan hambisuuf dandeettii ogummaa ogeeyyii gabbisuun murteessaa ta’uu Abbaan Taayitaa…
Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atame
Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa beeksiseera.
Qorichichi…
Ityoophiyaan waggaa sirna soorataa fi wabii nyaataa ifoomsite
Finfinnee, Adoolessa 1, 2014 (FBC) – Gamtaan Afrikaa barri faranjootaa 2022 waggaa sirna soorataa fi wabii nyaataa akka ta’u bu’uuruma ifoomseen, Ityoophiyaanis waggaa sirna soorataa fi…
Ejensichi Ministeera Fayyaaf deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Ejensiin Waltiinsa Idil Addunyaa Kooriyaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu taasisuu ibsame.…
Sadarkaa biyyaalessaatti buufataaleen fayyaa 400 tajaajila baqaqsanii yaaluu waliin ga’uuf…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti buufataaleen fayyaa 400 tajaajila baqaqsanii yaaluu waliin ga’uuf hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Biiroon Fayyaa Oromiyaa konfiraansii qorannoo fayyaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2014 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa konfiraansii qorannoo fayyaa gaggeessuu eegaleera.
Konfiransicharratti Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee…
Ameerikaan talaallii dhibee Maariyyee Jaldeessaa kennuu eegaluuf ta’uu ibsite
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ameerikaan lammiileen biyyattii 300 olta’an vaayirasii Maariyyee Jaldeessan qabamuu hordofee talaallii dhibichaa laachuu eegaluuf ta’uu…
Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 10 deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa Siinoofaarm doozii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Baankii Dhiigaa Shaashamannee hanga ammaatti dhiiga yuuniitii 4800 ol walitti qabuun eerame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2014 (FBC) – Baankiin Dhiigaa Shaashamannee hanga ammaatti dhiiga yuuniitii 4800 ol walitti qabuun eerameera.
Baankiin Dhiigaa Shaashamannee sagantaa…