Magaalichatti guyyaa har’arraa eegalee talaalliin Pooliyoo ni laatama
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har’arraa eegalee daa’imman waggaa 5 gadi ta’aaniif talaalliin Pooliyoo ni laatama jedhameera.
Duulli talaallichaa Eebila…
Dooktar Liyaan hojiilee Raammoo Giinii balleessuuf hojjetamaa jiru daawwachuuf Gaambeellaa galan
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan hojiilee dhibee Raammoo Giinii balleessuuf hojjetamaa jiru daawwachuuf Gaambeellaa…
IGAD fi Ministeerri Fayyaa damee fayyaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa/IGAD hubannoo hawaasni fayyaarratti qabu fooyyessuu fi gama qorannoon Ministeera Fayyaa fi Yuunvarsiitii Goondar waliin…
Magaalaa Adaamaatti, Giddugalli leenjii fi Qorannoo dhibee Busaa eebbifame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa, Magaalaa Adaamaatti Giddugala Leenjii Qorannoo dhibee Busaa baasii Birrii miiliyoona 60 oliin ijaarsise eebbisiisuun hojii…
Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan Zhaak Mibuungaanii waliin…
Ityoophiyaan waliigaltee hundeessa eejansii qorichoota Afrikaa mallatteessite
Finfinnee, Eebila 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan waliigaltee hundeessa eejansii qorichoota Afrikaa mallatteessiteetti.
Waliigalticha Gamtaa Afrikaatti argamuun Ministirri Ministeera Fayyaa…
Hojiilee ittisa Dhibee Busaa cimsuuf Agoobara miiliyoona 20.6 raabsuuf karoorfame – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Hojiilee ittisa Dhibee Busaa cimsuuf Agoobara miiliyoona 20.6 raabsuuf karoorfachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Manneen miiliyoona 1.6 irratti…
Proojektiin babaldhina giddugala yaala Onnee Xiqur Anbassaa boqonnaan jalqabaa xumuramuun hojii…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Proojektiin babaldhina giddugala yaala Onnee Xiqur Anbassaa boqonnaan jalqabaa xumuramuun hojii eegaleera.
Proojektichaaf Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni…
Hospitaalota garee ABUTtiin barbadaa’an 42 keessa 36 guutumaan guutuutti hojiitti deebi’an –…
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Hospitaalota garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an 42 keessa 36 guutumaan guutuutti hojiitti deebi’uu Ministeerri Fayyaa beeksisee.…
Ogeeyyii fi dhaabbilee fayyaa dirree waraanaarratti raayyaa ittisa biyyaa tajaajilaniif beekkamtiin…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Koompireheensiiv Raayyaa Ittisa biyyaa Ogeeyyii fi dhaabbilee fayyaa dirree waraanaarratti raayyaa ittisa biyyaa…