Inshuraansiin Fayyaa Oromiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC)- Inshuraansiin Fayyaa Oromiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata namaa kuntaala 350 fi Birrii miiliyoona 1 taasiseera.…
Rakkoolee damee fayyaarratti mul’atan sirreeffamu akka qaban Koreen Dhaabbii ibse
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Rakkoolee damee fayyaarratti mul’atan sirreeffamu akka qaban Koreen Dhaabbii ibseera.
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti, Koreen Dhaabbii Fayyaa,…
Hospitaalli Ispeeshaalaayizd Dasee guyyaa boruurraa eegale tajaajila baqaqsanii yaalu akka eegaluu…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizd Dasee guyyaa boruurraa eegale tajaajila baqaqsanii yaalu kennu akka eegaluu beeksiseera.
Garee shororkeessaa ABUT’n kan…
Naannolee adda addaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa 2ffaan laatamaa jira
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Naannolee Oromiyaa, Amaaraa, Hararii, Uummattoota Kibbaa Lixaa Ityoophiyaa fi Gaambeellaatti duulli talaallii Pooliyoo daa’imman waggaa shani gadiif laatama…
Godina Gujii fi Shawaa Kaabaatti Taallaalliin Pooliyoo daa’immaniif kennamaa jira
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Godina Gujii fi Shawaa Kaabaatti Taallaalliin Pooliyoo marsaa 2ffaan daa'immaniif kennamaa jiraachuu ibsameera.
Godina Gujiitti…
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Ityoophiyaa ogeeyyii fayyaa haala rakkisaa keessatti tajaajila kennaa turan…
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Ityoophiyaa ogeeyyii fayyaa haala rakkisaa keessatti tajaajila kennaa turan galateeffateera.
Waldichi yaa’iisaa waggaa 58ffaa…
Dhaabbilee fayyaa waraanaan miidhamaniif deeggarsi meeshaalee Birri miiliyoona 123 tilmaamamu…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti dhaabbilee fayyaa waraanaan miidhamaniif deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birri miiliyoona 123 tilmaamamu taasifame.
Deeggarsichi…
Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo Eebila 7 irraa eegalee ni laatama jedhame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo daa'imman waggaa shanii gadii Eebila 7 irraa eegalee ni laatama jedhameera.
Naannichatti daa’imman…
Jilli Israa’eel dhaabbilee fayyaa miidhaan irra gahee deebisanii dhaabuu fi deeggarsa taasisuuf…
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC)- Jilli Fayyaa Israa’eel naannoo Amaaraatti dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaan irra gahee deebisanii dhaabuu fi deeggarsa taasisuuf…
Baasiin fayyaa waliigalaa Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 127.5 gahuu ibsame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Baasiin fayyaa waliigalaa Ityoophiyaa Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 27 fi miiliyoona dhibba 5 gahuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerichi…