Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Federeeshinii manneen harka qalleeyyiif haaromsee kenne
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Manni Maree Federeeshinii Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araaddatti manneen harka qalleeyyiif haaromse meeshaalee mana waliin kenne.
Afyaa’iin Mana…
Dooktar Abiy manneen baasii gadaanaan ijaaraman eebbisiisan
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Finfinnee Naannawaa Abuwaareetti manneen jireenya lafaa kaaree meetira…
Bulchiinsi Magaalicha lammiilee kuma 263 oliif maaddii qoode
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lammiilee kuma 263 oliif maaddii qoodeera.
Bulchinsi magaalicha lammiilee qaama midhaamtootaaf, galii gadii aanaa argatanii…
Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa gara biyyaa dhufuu itti fufaniiru
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan waamicha Ministirri muummee Dooktar Abiy Ahimad taasisan hordofee gara biyyaa dhufuu itti fufaniiru.…
Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa “Faanaa Lamroot” marsaa 4ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Dorgaadorgeen Mo’aa Mo’attootaa “Faanaa Lamroot” marsaa 4ffaan badhaasa olaana argamsiisu har’a kan eegalu ta’uu Fanaa Biroodkaastiingi Koorporeet beeksise.…
Walitti dhufeenya qaamolee Mootummaa sadeeniin sirna waloo ijaarra-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Walitti dhufeenyaa fi ida’ama hojii qaamoleen mootummaa sadeen taasisaniin sirna waloo cehuumsa naannoofi biyya keenyaa dhugoomsu ijaarra jedhan Afyaa’iin…
Miidiyaan dijitaalaa ijaarsaa biyyaa dhugoomsuuf gumaacha ol’aanaa qaba-Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Miidiyaan dijitaalaa tokkummaa obbolummaa dhugaa jabeessuu fi ijaarsaa biyyaati dhugoomsuuf gumaacha ol'aanaa kan qabu ta’uun ibsame.
Leenjiin ogeeyyii…
Biqiltuun Avokaadoo miiliyoona 10 ol qophaa’aa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Biqiltuun Avokaadoo al-ergii miiliyoona 10 ol qophaa’aa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti Shimallis…
Hojii tola ooltummaa Bonaan hedduun deeggarsa taasisuu eegalaniiru-Aadde Adaanech
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Waamicha tola ooltummaa taasifame simachuun abbootiin qabeenyaa gaarummaa qabanii fi dhaabbileen hedduun hojii tola ooltummaa Bonaaf deeggarsa taasisuu…
Humni Waloo haala amansiisaan nageenya eegsisuuf karooraan hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa haala amansiisaan nageenyaa fi tasgabbii eegsisuuf karooraan hogganamuun hojjechaa jiraachuu ibse.
Humnichi…