Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara kana oomishtummaa fooyya’aa galmeessuuf hirmaannaa cimaa barbaachisa-Dooktar Abiy
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Bara kana sagantaa Maaddii guutuun oomishtummaa fooyya’aa galmeessuuf hirmaannaa cimaa akka barbaachisu ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akeekan.…
Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa haaromsa waliigaltee lakkooftuu waggoota shaniif tajaajilu…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa haaromsa waliigaltee lakkooftuu waggoota shaniif tajaajilu eegaluu beeksise.
Haaluma kanaan Sadaasa 1 hanga Mudde 16,…
Misooma uummataaf cichoominaan hojjetamuu qaba – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) –Gaaffii misoomaa uummataa deebisuuf qindoominni cimuu qaba jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin.
Obbo Awwaluu…
Sagantaan sochii Turizimii Naannoo Tigraay sababa waraanaa fi weerara Koroonaan adda citee ture…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Sagantaan sochii Turizimii naannoo Tigraay sababa weerara koroonaa fi waraanaan waggootaaf addaan citee ture eegalchiisuu magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa…
Itiyoophiyaa fi Gamtaan Afrikaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 1 mallatteessan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Gamtaan Afrikaa hidhattoota duraanii deebisanii dhaabuuf waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 1 mallatteessaniiru.
Waliigaltichas…
Mattuutti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Mattuutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuu namoota lamaa darbe.
Balichaan miidhaan qaamaa salphaan nama tokko irra qaqqabuun…
Dooktar Abiy Jila Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Ajajaa Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Hamdaan Dagaloo waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis…
Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eel nagaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifameera-Humna…
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabre'eel nagaan akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Humni Waloo Nageenyaa fi Tika Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi Waloo…
Jeneraal Mohaammad Hamdaa Daagaloon Finfinnee galan
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Ajajaan Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaloon har'a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru.
Jeneraal Mohaammad Hamdaan wayita Buufata…
Biqiltuun Shaayee miiliyoonni 400 qophaa’aa jira-BQO
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Biqiltuu Shaayee miiliyoona 400 qophaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti Inisheetivii misooma shaayee jalqabame babal’isuun haala…