Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Ergaa isaanin ayyaanichi kan nagaa, waldeeggarsaa fi…
Ayyanaa Iid Alfaxiiri qindoominaa fi waltumsuun kabajachuu qaban-Obbo Aragga Kabbadaa
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyanaa Iid Alfaxiir wayita kabajnu tola waliif ooluun, nageenyaa fi tokkumaa qindoominni fi tumsi cimsuun ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomiishinichi hordoffii Bitootessa…
Pireezidaantonni Naannolee Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee biyyattii garaagaraa Ayyaanaa Iid Alfaxiir kan bara Hijraa 1445’ffaa sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Aadde Adaanech Ayyaana Iid Alfaxir ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1445ffaaf ilaachisuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Dudhaaleen amantaalee tokkummaa fi waloomaaf bu’uura cimaadha-Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Dudhaaleen Amantaalee nageenya waaraa ummataaf, tokkummaa fi waloomaaf bu’uura cimaa ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar dubbatan.…
Hojiilee eebbifamoo baatii Raamadaanaatti raawwataman yeroo kaanis itti fufsiisuun…
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Hojiilee eebbifamoo miira namoomaa fi dhiifamaatiin baatii raamadaanaatti raawwataman yeroo kaanis aadeffachuun itti fufsiisuun murteessaa ta’uu Itti…
Duudhaawwan ji’a Ramadaanaa Keessa Mul’ifne Daran Cimsuun Walooma Gabbisuu Qabna- Pir. Shimallis…
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Duudhaa walbira dhaabbachuu fi waliif yaaduu ji’a Ramadaanaa keessa mulifne daran cimsuun walooma keenya gabbisuu qabna jedhan Pireezidaantiin…
Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ergaa baga ittiiin isiin gahee dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan Ayyaanaa Iid Alfaxiir 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.…
Dooktar Abiy Ayyaana Iid Alfaxiir 1445’ffaa sababeeffachuun erga baga ittin isin gahee…
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Iid Alfaxiir 1445'ffaa sababeeffachuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Guutuun ergaa isaaniis…