Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waamicha dhaloota 2ffaaf taasiifame hordofee Koreen olaanaan Ministeera Turizimiin durfamu gara…
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaloonni 2ffaa Itiyoophiyaanoonni gara biyya isaanii akka dhufan waamicha taasiisan hordofee Koree olaanaan…
Nageenya hawaasaa eeguun hojii ijoo qaamolee nageenyaa ta’uu qaba – Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Qaamolee nageenyaa Magaalaa Bishooftuu fi Mojoorraa walitti babba’an dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti marii taasiisaniiru.
Nageenya…
Jilli Obbo Shimallisiin durfamu Aanaa Lumeetti Qamadii Jallisii Bonaan misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti Qamadii Jallisii Bonaan misoomaa jiru…
Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddar Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddar Ameerikaa Eerviin Joosee Maasiingaa waliin dhimmoota…
Godinichatti bara kana Qamadii lafa hektaara 350 ol facaasuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri…
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti bara kana Qamadii jallisiin lafa hektaara 350 ol facaasuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri 264 faca uu Waajjirri Qonnaa godichaa…
Bu’aan Oomisha Qamadii jallisii Bonaan argame daraan gaariidha – MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) - Bu'aan Oomisha Qamadii jallisii Bonaan argame daraan gaarii ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Kan bara kanaa ammoo kan bara…
Jallisii Boneen lafti hektaarri miiliyoona 2 ol qamadiin uwwifameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti jallisii Boneen lafti hektaarri miiliyoona 2.27 qamadiin uwwifameera jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Guddina Itiyoophiyaaf dandeettii ce’umsa teeknooloojii fayyadamuun murteessaadha-Dr. Baayyisaa…
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf dandeettii ce’umsa teeknooloojii jiru guutummaatti fayyadamuun murteessaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Innooveeshinii fi…
Fooramiin walta’iinsa misoomaa fi nageenyaa Gaambeellaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaa hundeeffame
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Fooramiin walta’iinsa misoomaa fi nageenyaa Naannolee Gaambeellaa fi Kibba Lixa Itiyoophiyaa hundeeffameera.
Sagantaa hundeeffama fooramichaa Magaalaa…
Fooramiin Magaalotaa Guraandhala 9-15, 2016 kabajama
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalotaa baranaa Guraandhala 9-15, 2016 Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kan kabajamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi…