Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Magaalotaa Guraandhala 9-15, 2016 kabajama
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalotaa baranaa Guraandhala 9-15, 2016 Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kan kabajamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi…
Qondaaltonni Olaanoo Riqicha Abbaay daawwatan
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannoo Amaaraa Riqicha Abbaay Magaalaa Baahirdaaritti ijaramaa jiru daawwataniiru.
Daawwannicharratti…
Godina Boorana Bahaatti nyaanni beeyladaa tooniin kuma 300 ol walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti nyaanni beeyladaa tooniin kuma 300 fi 947 hirmaannaa horsiisee bultootaan walitti qabamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Biiroon Lafa Oromiyaa fi Bulchiinsi Nageenyaa Odeefannoo waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Biiroon Lafa Oromiyaa fi Bulchiinsi Nageenya Odeefannoo waliigaltee waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteessaniiru.
Waliigaltichis hojmaata itti…
Marii biyyaalessaaf dhimmoonni xiyyeeffannoo barbaadan yeroon akka xumuraman hunduu tumsu qaba-Obbo…
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Marii Biyyaleessaaf dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan adda baasuun yeroo qabametti akka xumuramuuf qooda fudhattoonni hundi deeggarsa taasisuu akka qaban…
Waltajjiin beekkamtii kennuu tumsitoota Hidha Haaromsaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Waltajjiin beekkamtii kennuu tumsitoota Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Magaalaa Baatuutti gaggeeffameera.
Waltajjicha irratti Pirezidaantii Itti…
Biqiltuwwan Ganna dhaabaman keessaa %85 ol laataniiru-MQ
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Biqiltuwwaan Ashaara Magariisaa bara 2015 Ganna darbee dhaabaman keessaa %85 ol laatuu Ministeerri Qonna beeksise.
Ityoophiyaan marsaa 2’n biqiltuuwwaan…
Hojiileen misooma hortiikaalcharii bu’aa argamsiisaa jira-Dooktar Abiy
Finfinnee, Mudde 16, 2016 (FBC)- Hojiilee misooma hortiikaalcharii gaggeessuuf tattaaffiin taasifame bu’aa ajaa’ibsiisaa argamsiisaa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Baankii Giddugaleessaa Chaayinaa waliin dhimmoota tumsaan hojjechuun danda’amurratti…
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) - Jilli Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa yeroo itti aanu Baankii Giddugaleessa Chaayinaa waliin dhimmoota tumsaan hojjechuun danda'amurratti mari'ateera.…
Dooktar Abiy biyyoota Ayyaana Qillee kabajaniif ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad biyyoota Ayyaana Qillee har'a kabajaniif ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy ergaa gama midiyaa…