Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa abbootii qabeenyaa Taaksii Meetir waliin dhimma nageenyaarratti mari’ate
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Magaalaa Finfinneetti abbootii qabeenyaa Taaksii Meetir hojjetan waliin dhimma nageenyaarratti mari’ateera.
Maricharratti…
Godinichatti lafa hektaara kuma 105 qamadii jallisii Bonnaan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti lafa hektaara kuma 105 qamadii jallisii Bonnaan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise.…
Qabeenya Turizimii Itiyoophiyaa roga maraan beeksiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Qabeenya Turizimii Itiyoophiyaa kallattii maraan beeksiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Turizimii beeksiise.
Itiyoophiyaan seenaa, Aadaa, Teessumma…
Buusaa Gonofaan baatiiwwan arfan darban miseensoota miiliyoona 9 ol horachuu ibse
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Buusaa Gonofaa Oromiyaan baatiiwwan arfan darban miseensoota miiliyoona 9 ol horachuu beeksiseera.
Hogganaa Itti Aanaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo…
Sagantaa maaddii guutuun Oomishni Aannanii Liitirri biiliyoonni 5 fi Killeen biiliyoonni 3 argame…
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Baatiwwan Shanan darban sagantaa maaddii guutuun oomishni Aannanii Liitirri biiliyoonni 5 fi Killeen biiliyoonni 3 argamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.…
Shaggaritti barattoonni kuma 140 ol sagantaa nyaata barattootaan fayyadamtoota ta’aa jiru
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti barattoonni kuma 140 ol sagantaan nyaata barattootaan fayyadamtoota ta'aa jiraachuu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksise.…
Godina Booranaatti hojiin misooma sululaa bara 2016 eegalame
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Godina Booranaatti hojiin misooma sululaa bara 2016 eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.
Godina Booranaatti bara 2016 lafa hektaara kuma 97 ol…
Gufuuwwan jiran Uummata waliin furaa badhaadhina hunda-galeessaa magaalaa keenyaaf ciminaan…
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Gufuuwwan jiran Uummata waliin furaa badhaadhina hunda-galeessaa magaalaa keenyaaf ciminaan tajaajiluu itti fufna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Agarsiifni ‘Xiqur Anbassaa’ agarsiisa biraandii Itiyoophiyaa idil addunyaa ta’ee…
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Agarsiifni Humna Qilleessaa dhiyaate agarsiisa biraandii Itiyoophiyaa idil addunyaa ta'ee itti fufuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetanaan Jeneraal…
Hojiileen damee qonnaan Godina Baaleetti hojjetamaa jiran agarsiiftuu milkaa’ina imala…
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Hojiileen damee qonnaan Godina Baaleetti hojjetamaa jiran agarsiiftuu milkaa'ina imala badhaadhinaati jedhan, Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…