Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii baname
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii mata duree “Kalaqa, beekumsa Aviyeeshiniif “ jedhuun Godambaa Saayinsii Itiyoophiyaatti banameera.…
Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf Koreen Gorsituu Marii Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf fi waliigalteen taasifamu hojiirra akka ooluuf Koreen Gorsituu Maree Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu akka qabu…
Baankichi Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiise
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Baankiin Ambasaa naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiiseera.
Waamicha bulchiinsi yeroo naannichaa…
Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii kabajame
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti guyyaan Riivaanii Adii 18ffaan mata duree "Yoomuu, Essattuu, Haala kamuu keessatti Miidhaa koorniyaa bu'uureffate irratti hin…
Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara Sablammii Arii “Dishtaa Giinaan” kabajamaa jira.
Ayyaanichi, mata duree “Rakkoo biyyaalessaaf furmaata biyya keessaa” jedhuun Godina Arii…
Barattoonni Yuunivarsiitii suuraa ka’aa ture 2 laga keessatti kufuun lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddootti Barattoonni suuraa ka'aa ture 2 laga keessatti kufuun lubbuun isaanii darbuu ibsameera.
Magaalaa Walaayittaa…
Naannichatti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti manneen jireenyaa fi kutaaleen barnootaa tajaajila tola ooltummaa qindeessummaa Waajjira Ministira Muummeen ijaaraman…
Arsii Lixaatti kenna tajaajila lammummaan tajaajilli Birrii biiliyoona 1.9 hojjetamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Arsii Lixaatti kenna tajaajila lammummaan tajaajilli Birrii biiliyoona 1.9 raawwatamuu Waajjirri Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii godinichaa ibseera.…
Hojiin Qorannoo fi ittisa yakkaa teeknooloojii ammayyaan deeggaramee hojjetamaa jira – K/I…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Hojiin Qorannoo fi ittisa yakkaa teeknooloojii ammayyaa fi ogummaa olaanaan deeggaramee hojjetamaa jiraachuu Ajajaan qajeelcha Waliigalaa Ittisa Yakka…
Obbo Araggaa Kabbadaan jiraattoota magaalaa Dabra Birhaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan haala nageenya waaraa mirkaneessuun danda'amurratti jiraattoota magaalaa Dabra Birhaan waliin…