Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Shawaal Iid Hambaa Addunyaa ta’uun galmaa’e
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)-Ayyaanni Shawaal Iid hambaa Kiliyyaa ta’auun Dhabbata Barnootaa Saayinsii fi aadaa Dhabbat Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmaa’e.
Ayyaanichi…
Hariiroo Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduu jiru cimsuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waaraan waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan daawwannaa hojiif Taanzaaniyaa galaniiru.
Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan…
Dhaabbilee amantaa garaagaraa waliin walitti dhiyeenyaan hojjachuu itti fufna – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Dhaabbilee amantaa garaagaraa waliin walitti dhiyeenyaan hojjachuu itti fufna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Gaafiiwwan…
Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa waaraan furuuf ni hojjenna – Obbo Xilahuun Kabbadaa
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa waaraan furuun gaaffilee ummataa deebisuuf ni hojjenna jedhan Pireezidaantiin Naannio Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun…
Hoggansi tokkummaa cimsuun Itiyoophiyaa cichoomsuu qabu – Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Hoggansi tokkummaa cimsuun Itiyoophiyaa cichoomsuu qabu jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan.
Obbo Araggaa Kabbadaan guduunfaa…
Ambulaasiwwan 35 fi Doqdoqqeewwan 120 naannolee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Piroojektii deebisanii ijaaruun Ambulaasiwwan 35 fi Doqdoqqeewwan 120 naannolee sababa walitti bu'iinsaan miidhamaniif gumaachera.…
Biiniyaam Admaasuuf beekamtiin umrii guutuu kenname
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC)-Paarkii biyyaalessa Gaarreen Baaleetti lubbuun isaa kan wareegame Biiniyaam Admaasuuf beekamtiin umrii guutuu kennameera.
Paarkiin biyyoolessa gaarreen…
Konfirensiin Galateeffannaa fi nageenyaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Konfirensiin Galateeffannaa fi nageenyaa mata duree ‘Boqonnaa Itti Aanu jijjiirama Hunda galeessaaf’ jedhuun Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.…
Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Aanaalee godinichaa 10 keessatti lafa hektaara kuma 111 Qamadii jallisiin misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaan Godinichaa beeksise.
Hanga…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin baname
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Magaalaa Jigjigaatti Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Agarsiifni Daldalaa fi Baazaariin banameera.
Guyyichi bara kana yeroo 18ffaaf…